SONY DSC

Waltajjiin Marii Oromoo, gara Aadda Dimokiratawa Oromoo jedhutti jijjiirame

Waltajjiin Marii Oromoo gara Aadda Dimokiratawaa Oromootti Jijjiirame. Baatiwwan kuranan darbaniif deemsa qabsoo bilisummaa Oromoo kaleessaa, Har’aa fi borii irratti hawaasa Oromoo waliin mare gaggeessaa kan ture WMO Bitootessa 25-27 bara 2013ti kora gaggeeffateen gara dhaabaatti jijjiiramuu isaa ibsa labsaa isaa keessatti addeessee jira. Kora bu’ureessaa kana irrattis jilaootaa fi bakka bu’ootni Waltajjii marii Oromoo biyyoota adda addaa irraa dhufanii, Bakka bu’oonni caayaalee … [Read More...]

Walgahii MN

Walgahii Hawaasaa Kora bu’ureessaa ODF MN ti

http://youtu.be/YCB0oJw0d8c SBS Radio Interview with Dr. Dima Noggo … [Read More...]

ODF News

Walgahii Hawaasaa Kora bu’ureessaa ODF MN ti

http://youtu.be/YCB0oJw0d8c SBS Radio Interview with Dr. Dima Noggo … [Read More...]

Walgahii WMO Manchester UK

Waltajjii Marii Oromoon yaamamee walgahiin Hawaasa Oromoo Manchester UK keessatti Sadaasa 10 bara 2012 gaggeeffame milkii akeekameen raawwate. Manchester UK … [Read More...]

General Oromo News

Gaaffii fi deebii VOA afaan Oromoo fi Afaan Amaaraa Pirezidantii ODF waliin taasisan

Gaaffii fi Deebii VOA afaan Oromoo obbo Lencoo Lataa waliin Radiyoon Sagalee Amerikaa afaan Oromoo fi Afaan Amaaraan Pirezidantii ODF waliin , dhalootaa fi imala ODF ilaalchisee gaaffii fi deebii …

Dubbiin Oromoo eessatti jallatte; akkamiin qajeeluuf malte?

Biiftuu Bilisaa: Jalqabarratti gababsitee akka ofbarsiistun sigaafadha ga’eenke yokan hirmaannankee hawaasa yokan qabsoo oromoo kessatti maali? …